Abdii Oro

Abdii Oro

Share

qoosaafi barnoota gar garaa

29/05/2026

ይገባናል🙏

13/04/2026

As wr wb worra Facebook

01/04/2026

Nuti Arsenal Kan deeggaaruuf
Waancaa nyaatuuf nyaatuu
Dhabuu miti Tapha isaatiin male
Midra woyyaalaa hullaa 📢

10/03/2026

Haadha Ofii maaltu Namaaf gahaa🫄🤱🧑‍🍼

Photos from Abdii Oro's post 02/02/2026

What is the problem 🤷

01/02/2026

Ajab dubbi bara kanaa🧏

20/01/2026

QABEENYAAF JABEENYIS NI DARBA
YOO DALAGGAA TEE TAATE MALEE
YAA RABBI DALAGAA KEYRII NUTTI
LAAFFISI YAA ALLAAH ,☝️

Photos from Abdii Oro's post 25/12/2025

😭😭
😭
Waan _Qalbii nama _cabsu😭
"Namni nama kana fuula isa beeytan maatii biraan gaha. Namni kun jiruu fi jireenya isaa jijjiruuf jecha biyyaa bahee daangaa Yemanii fi Sa'uudi Arabiyaa jidduu bakka Soomaltiitti je'amtuutti aduu fi beela obsuu dadhabee boodarra aakhirame. Maqaan isaa hin beekkamne. Waraqaa Eenyummaas hin qabu. Lubbuu isaaf jannata Maatii Fi firoottaniif isaaf jajjabina haa kennu. Namni fuula isaan bakka dhaloota isaa beeytan maxxansa kana Share godhaa maatiin biraan gaha"😭😭🙏 انا لله وانا اليه راجعون

21/12/2025

SIRBI SUMMII ONNEE NAMAATI 🎧📵🔇⏭️▶️⏯️🎵🎼📢

Want your school to be the top-listed School/college in Ada'a?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Ada'a