25/06/2026
Faarfannaa afuuraa kana seenaa ittiin eebbifamaa youtube kommoo subscribe gochuudhaan namootaafis share gochuudhaan ittiin eebbifamaa
Ermias Wolde page
Singer Ermi Wolde Damise
FAR ERMIYAAS WALDEE ABDII KOO 0917387404 0936415093
baga nagaan gara youtube koo dhuftanii namoonni ergaan kun simbira ...
25/06/2026
Iddoo ati itti hidhamtee jirtuu gooftaan yesuus hiikee si gadhiiseera
24/06/2026
Maquma yesuusin ganama kana akkuma manaa baate waan baroota dheeraadhaaf milki itti dhabdetti sagalee misiraachoo dhagayi xumurameera kan jedhu dhagahi milkoofteetta kan jedhu dhagahi ijji kee waan haaraa haa argu gurri kee waan haaraa haa dhagahu amanteetta yoo ta'e ameen jedhii fudhadhu
Ermias Wolde page Singer Ermi Wolde Damise singer ermias Wolde page
23/06/2026
ittiin eebbifamaa
FAARFATAA ERMIYAAS WALDEE 0917387404 0936415093
ulaagaa sana guutiin jennee wabis fedhii anaani hin jennee irra na ...
22/06/2026
DAFII AMIIN JEDHI
ATI HIN MO'ATTA
MALEE HIN MO'AMTU
Ermias Wolde page
22/06/2026
Ergaa kanaa qalbiidhaan dubbisi yeroo tokko tokko karaa dheeraa utuu deemuu dandeenyu imala adeemsa kaayyoo qabsoof gaafa kanuu dogoggorree daandii keenyarraa ija keenya kaafnee wantoota amanachuutti deebina wantootarra ija keenya gaafa kaawwan lakkaa wantoonni sun gufuu mul'ata keenyaa fi kaayyoo keenya isa fuulduraa sanaati argitanii mul'ata keenya isa dheeraa kallattii gadhiisiifneerra jechuudha kanaafuu barri gaarii hin qabdu ta'us gaarii isheen baattee deemtu gufuu mul'ata keenyaa fi gatachiisaa ulfaa abjuu keenyaati fiixee qabsoo keenyarraa kaawwan imala imaluu keessatti daandii milkaa'ina keenyaa isa ta'e samiis daches utuu bee isaa harkatti baatu inaaffaan garaasaa keessa kan hin jirre sobees kan nama hin sossobne kaayyoof kan amanamu fi imaanaaf daandii dhugaa kan ta'e isa si jalqabsiisera ija kee hin kaasin waan dubbiftaniif galatoma Ermias Wolde page Singer Ermi Wolde Damise singer ermias Wolde page
20/06/2026
Ilaa mucicha isa waaqayyoo karaa yesusiin araara baay'iseefi jaalalasaan ofitti qabee ulfina haaraa eebba biyya waaqarraa nyaachise inni ana anuma ana. Ermias Wolde page Singer Ermi Wolde Damise singer ermias Wolde page
19/06/2026
JAALALASAA FAARFACHUUF JAALLATAMUUKOOF GOOFTAA KOO IYYESUUS KIRISTOOSIIF YEROO HUNDUMAA GALATA OLAANAA QABA OOLMAAN OROMOO KOO MANASAA KEESSA JIREENYI KOO HUNDUMTUU KANSAA EENYUMMAAN KOO EENYUUN IYYUU HIN ILAALLATU ANI KAN YESUUS MUCAA YESUUS TA'EE FO'AMUUKOOF AMMOO GAMMACHUU GUDDAATU NATTI DHAGA'AMA MAQAA ISAA FAARFACHAA AKKAN HAFUUF INNI AYYAANA ISAA NA AYYAANOOMSEERA HALELUYYAA OLMAA GUYYAA HAR'AA
TV Ifa Fayyinaa
Singer Ermi Wolde Damise Ermias Wolde page
singer ermias Wolde page