13/05/2026
jirra jirtuu Ilmaan Aayya hundi baga jiraatan jirra jechumaaf?
tokkumma qabaadha tokkumaan humnna
13/05/2026
jirra jirtuu Ilmaan Aayya hundi baga jiraatan jirra jechumaaf?
22/03/2026
Eid Mubarak to U and All families and friends Ramadanni barana Kan Milkii Kan gammachu kan badhaadhinna Kan waan yaaddan ittiin argattani fi yaaddoo fi cinqii keessan fudhate deemu isiniif haa ta'u!!
25/01/2026
naaf Obsaa waan gara fulduraa dhufu hin beekamu
16/01/2026
23/12/2025
Gazexessaa Cimaan Kun Abdurahman Rubbee nama jedhamu nama Amala gaarii fi naamusagaari Hawaasa isaa biraa qabu nama Saba isaatiif waan gaari bara hojii isaa keessatti dabarse Hoogannaa itti Aana Media Faana Kan turan Adunyaaa tana irraa du'aan boqatanii jiru Rabbiin janatulfirdoosin quubsuma isaani haa taasisu akkasuma Maatifi firoottan isaa akkasuma umatta Oromo hundaaf jajjabinna Hawinna nama akkanna dhabuun keenya gadda guddaa Nutti dhagayame Jira
mashallah Namatti tola Hawaasni keenya jijjirama guddaa muldhisa Jira
17/12/2025
Jirra jechumaafi baga jiraattan kabajamtoota Maati koo fi Hirriyyota ko Kan biyyaa gamaaf gamanaa