18/06/2026
Yaa guutummaa biyya lafaa, Waaqayyotti gammaduu kee sagalee guddaadhaan dhageessisi! Faarfannaa 66:1
KANKOO GOOFTAATU HOJJETA 🙌🙌
YouTube👉https://youtu.be/rifsxH7qODg?si=nwnbaenFcO7PJ_7l
18/06/2026
Yaa guutummaa biyya lafaa, Waaqayyotti gammaduu kee sagalee guddaadhaan dhageessisi! Faarfannaa 66:1
15/06/2026
Na Barsiisi
Dawit Girma
New Album Vol #3
DIDEE DIDEE
08/06/2026
ISA FANNIFAME
Amanuel Damesa
Baga Nagaan dhufte
07/06/2026
SI ILAALLACHAAN ADEEMA
FAARFATAA TOLKUMMAA KATAMAA
BAGA WAAQAYYO WAAN HUNDUMAA DABARSEE KANAAN SI GA'EE BAGA GAMMADDE
05/06/2026
Suuraa kana keessa jirta jedhaanii naaf ergan ani garuu isa kam akkan ta'e of hin barre ani isa kami maaloo🤣
03/06/2026
Galatoomaa🙏🙏
03/06/2026
DIDEE DIDEE
Welcome Befiqadu Baqalla
01/06/2026
Waldaan Birhaana Kiristoos Buraayyuu Kattaa guyyaa 28/09/2018-30/09/2018 kan turu konfiraansi Afuuraa qopheessitee waan jirtuuf Naannoo sana kan jirtan guyyoota kana haala keessan mijeeffachuudhaan saganticha irratti akka argamtan kabajaan Afeeramtaniittu.🙏🙏