Africa Academy Oromo

Africa Academy Oromo

Share

👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

16/06/2026
15/06/2026

Barnootaa shari'aa barachuu barbaaddee essaa akka barattuu wallaaltee?

Ammuma Akkaadaamii Afriikaatti makamii Barnoota Shari'aa Islaamaa bakkuma jirtu irraa ulamaa'ii bebbeekkamoon karaa onlaayiniitin bilisaan baradhu.

🔗 Linkiin galmee:
Fesbuuki irratti komentii jalqabaa jala ni argattu.
Instigraam, Tiktooki fi Yuutubii irratti immoo baayoo (Bio) jala jira.

14/06/2026

Imala beekumsa keessan har'a irraa jalqabaa!

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Fageenya irraa bilisaan baradhaa, bakka jirtan kamiyyuu irraa salphaatti hordofuu ni dandeessu!

Dippiloomaa barnoota Shari'aa beekamtii qabu, Ulamaa'ii fi barsiisoota babbeekamoo irraa baradhaa.

Barnoota keessan milkaa'inaan yeroo xumurtaan ragaa dippiloomaa ni argattt.

Ammuma galmaa'aa!

13/06/2026

Baga Nagaan Gara Akkaadaamii Afriikaa Dhuftan!

Akkaadaamii keenyatti warreen barachuu barbaaddan hundaaf galmeen marsaa jalqabaa banamuu isaa isin beeksisna.

Akkaadaamii Kana wanti adda godhu:

1️⃣ Barnootni Akkaadaamii keenyaa guutumaan guututti bilisa🆓 yoo ta'u, dhiiraafis dubartootaafis banaadha.

2️⃣ Barattoota milkaa'inaan xumuraniif waraqaan ragaa (Dippiloomaa) ni kennama.

Carraan kuni akka isin hin dabarre! Ammuma galmaa'aa. Beeksisa kanaas hiriyyoota keessaniif qodaa (share godhaa! ).

12/06/2026

Ragaa Dippiloomaa barnoota Shari'aa argachuuf Akkaadaamii Afriikaa marsaa jalqabaatti har'a makamaa!!

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

⏳ Yeroon barnootaa waggaa tokko qofa.

Carraa kana hin dabarsinaa!!

Beeksisa kana hiriyyootaa kessaniif miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodaa!!

11/06/2026

Ammuma Akkaadaamii Afriikaatti makamaa; beekumsa jireenya dhuunfaa fi amantii keessan cimsu horadhaa.

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Dameewwan Barnootaa:
• Fiqhii
• Tafsiira
• Hadiisa
• Tarbiyaa Islaamaa
• Aqiidaa
• Siiraa Nabayyii ﷺ

Imala barnootaa keessan har'a irraa eegalaa; gara hubannoo gadi fagoo fi bu'uura beekumsa Shari'aatti tarkaanfadhaa.

Maal eegdu❓

10/06/2026

Amma Akkaadaamii Afriikaatti makamuun Barnootaale Shari'aa Islaamaa gara garaa bilisaan barchuu fi ragaa Dippiloomaa argachuu ni dandeessu!!

https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Ammuma galmaa'aa; carraa kana hin dabarsinaa!

Beeksisa kana hiriyyootaafi namoota jaallattan waliin karaa miidiyaa hawaasummaa irratti qoodaa.

🔗 Linkiin galmee Fesbuuki irratti iddoo yaada/komentii jalqabaa jala jira. Inistigraami, Tiktookii fi Yutuubii irratti immoo baayoo jalatti argattu.

07/06/2026

✨Alhamdulillaah! Barattoonni 8000+ Galmaa'anii jiru! ✨

🔗 Namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠
Har’uma warroota isinitti dhiyaatanif qoodaa. Nu waliin ta'uun karaa salphaa ta'een beekumsa shari'aa akka argatan taasisaa!

Guyyoota lameen kana keessatti lakkoofsi barattootaa 10,000 ol akka ta'uuf namoota biroo haa afeerru!

05/06/2026

Sagantaa Dippiloomaa Akkaadaamii Afriikaatti Ammuma Galmaa'i!

Barnootni kun Ulamaa’iilee gurguddoo fi babbeekkamoo ta'anin dhiyaata.

🔗 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

Carraa kana hin dabarsin!

Beeksisa kana hiriyoota kee fi miidiyaa hawaasummaa irratti qoodi, kheyrii keessatti hirmaadhu.

!!
!!

04/06/2026

Beekumsa Dubartoota waliin walqabatu hunda, akkasumas bal’inaan ahkaama shari'aa fi beekumsa Islaamaa barbaachisaa ta’e baradhu.

🔗 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

⏳ Yeroon barnootaa waggaa tokko qofa.

Carraa kana hin dabarsin; ammuma galmaa'i!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address

Kassem Buildin, Enkulal Fabrica
Addis Ababa
1000

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 05:00