Tolera's Oromo Academy

Tolera's Oromo Academy

Share

Education

Photos from የአፍሪካ አመራር ልህቀት አካዳሚ African Leadership Excellence Academy's post 27/05/2026
23/05/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Chala Nurgi, Janaka Darshana Gamaethige

22/05/2026

Gahumsa konkolaataa haalaan eeguu

21/05/2026

Dirre Dawaatti barattanii eebbifamtanii warri Costshare kanfaltan Kana ilaalaa Dokumentii original fudhadhaa!!

ማስታወቂያ
ኦርጅናል ዲግሪ /Orginal Degree/ ላልወሰዳችሁ ድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ የቀድሞ ተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ፤

ከድሬዳዋ ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ ትምህርት ክፍሎች ተመርቃችሁ ዋናውን ዲግሪ (Orginal Degree) ያልወሰዳችሁና እንዲሰራላችሁ ለምትፈልጉ ትምህርት ሚኒስቴር ባስቀመጠው አቅጣጫ መሰረት ለመጀመሪያ ዙር ለማሳተም በዝግጅት ላይ እንገኛለን፡፡ ስለሆነም ከዚህ በታች የተጠቀሰውን ሊንክ (Link) በመጠቀም አስፈላጊውን መረጃ እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ.ም በመሙላት እንድትልኩልን እያሳሰብን በትክክል ባልተሞላ መረጃ ምክንያት ለሚፈጠር ስህተት ኃላፊነቱን መረጃውን የሞላው አካል ይወስዳል፡፡

Ø መረጃውን ለመሙላት ይህን ሊንክ ይጫኑ👇https://forms.gle/EaXcENdPuwwK6e8F8.


ማሳሰቢያ
v በወጪ መጋራት የተማራችሁ አመልካቾች ኦርጅናል ዲግሪያችሁን ለመውሰድ ክፍያ መፈፀማችሁን ወይም በአገልግሎት መወጣታችሁን የሚያረጋግጥ ደብዳቤ እና ደረሰኝ ማቅረብ ይጠበቅባችኋል፡፡

መረጃውን ለመሙላት ይህን ሊንክ ይጫኑ👇https://forms.gle/EaXcENdPuwwK6e8F8.

21/05/2026

Dubbiin warra ogeessaa akka ulee isa tiksituu biraa argatanii ittiin horii oofaniiti; jechi isaanii inni funaanamee walitti qabame akka mismaara tarreetti cinqaarfameeti. Macaafota caafuu baay'isuun dhuma hin qabu, macaafa qoruu baay'isuunis nama in dadhabsiisa. Waaqayyoon sodaadhu, abboommii isaas eegi! Kun nama hundumaa irraa in barbaadama; xumurri dubbii dhageenye kana hundumaas isa kana. Waaqayyo hojii hundumaa, gaarii ta'us hamaa ta'us wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaaf firdii in kenna.
(lallaba12:11...).

18/05/2026
18/05/2026

Waaqayyo wajjiin walii gallaan hin sodaattu! @

Photos 17/11/2025
15/11/2025

Bara hunduu bitaa nutti gale kana gorsaa fi obsa nu barbaachisa!!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address

Kutaa Magaalaa Qiirqoos Ykn Golboo
Addis Ababa
1000