Abreham Hidabusa

Abreham Hidabusa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abreham Hidabusa, Tutor/Teacher, Haqa hin haqaaqamne “Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe. Ho, Addis Alem.

23/06/2026

Amma salphata otuma sin jedhanii Waaqayyo ulfina irraa gara ulfinaatti si dabarsa.
🙏

22/06/2026

Yesus nama jedhu koottaa wal firoomfadhaa
🤲
🏃🏃🏃🏃

22/06/2026

Wanuma barbaadde qabaadhus dhabis garuu Yesusiin dhabnaan ati nama biyyi boo'uufii qabudha.
Yesus Waan hundumaa keenya.
🙏

21/06/2026

Har'a Tamsaasa Wangeelaatti milkoofneerra.Warri nu wajjin gammaddan immoo Wangeelli itti fufa sichuu comment godhaa.

21/06/2026

Waaqayyo gidduu siif galeera.

20/06/2026

Boru Tamsaasa Wangeelaa Ajaa'ibaa qabna.
Yoh 17:38
Nuuf kadhadhaa🤲
Warri Wangeela Jaallattan Ani Wangeelatti hin leeyya'u jedha.

20/06/2026

MAARIYAAM HAADHA WAAQAYYOOTII?
====================
Ammas Ti'ooloojii balaafamaa nu biratti argamu keessaa inni biraan isa "Maariyaamiin akka haadha Waaqayyootti" dhi'eessu sana dha. Kunis ibsa Ti'ooloojii Ortodoksiin wal gita. Mee kottaa itti yaadaatii gaaffilee armaan gadiif deebii Macaafa dubbachiisuun ibsaa!

1.Maariyaam Namummaa moo Waaqummaa deessee?

2. Yesus eenyu? Kristos eenyu? Amaanu'el eenyu?

3.Waaqummaan dhalachuu danda'aa?

4.Fannoo irratti kan du'e Namummaa Yesus moo Waaqummaa Isaatii?

Deebii gaaffii kanaa maal jettan?
Mark Yadeta tu gaafate

18/06/2026

Suuraan bifa kee malee amala kee hin ibsu.
Ergaa namoota bifaan nama gowwomsaniiti.
🤦

18/06/2026

Faarfannaa,lallaba,barsiisa keessatti nagaan,jaalalli,dhugaan,qulqullummaan wanti jedhu sirreeffamuu qaba.isaan kun eenyummaa Waaqayyoo isaan barabaraan jiraatani malee shaakala namaan kan dhufanis ta'ee kan badanis miti.balinaan barbaannan siinif ibsuu nan danda'a.
Dhalootatu wantoota kanneen jalaa bade malee kanneen hafanii baraan jiraatu.kana jechuun fakkeenyaaf dhalootatu jaalala keessaa bade malee jaalalli dhaloota jalaa hin bannes hin badus 1Qor 13:8
Abreham

18/06/2026

Ol butamun biyya lafaaf akka tasaa yoo ta'eyyuu nuuf garuu akeekaa Waaqayyoo isa barabaraadha.ol butamun waldaa Kiristaanaaf abdii ishii isa guddaa dha.Biyya lafaaf garuu Wawwannaa isa guddaa dha.

Barumsa waa'ee LAMMAFFAA deebi'ee dhufuu Gooftaa keenya Yesus barachuun fedha namoota baay'ee wan ta'eef barumsii kun namoota baay'ee akka hirmaachisuutti namoota biraan gahaa.Wiixata dhufu irraa eegaalla yoo fedha Waaqayyoo ta'e.hagasitti namootni kitaabolee hafuuraa barbaadan karaa miidiyaa QOR-QALBI telegram link kanaan seenun argachuu ni dandeessu.
👇👇
https://t.me/Abrehamhidabus

Abreham Hidabusa

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Alem?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Haqa Hin Haqaaqamne “Fayyinnis Yesus Kristos Duwwaadhaan Malee, Kan Biraatiin Tokko Illee Hin Jiru; Maqaan Kan Biraa, Ittiin Fayyuun Kan Nuuf Ta'u, Waaqa Jalaa Ilmaan Namootaaf Hin Kennamne" Jedhe. Ho
Addis Alem
[email protected]