Riyad Hussein

Riyad Hussein

Share

Jaalalla jaalallaan bittaan

15/05/2026

Afaan si faarse sun gaafa qilleensi jijjiiramu si abaarsa.

11/05/2026

Rakkoon Har'aa Namoonni Namoota gaarii hin Kabajan itti Fayyadamu malee.

06/05/2026

Yeroo hunda namni si argu hundi hojii qabdaa, gaa’ela qabdaa ykn mana qabda jedhee si gaafata; akka waan jireenyi tarree gurgurtaa gosa tokkoo ta’etti. Garuu namni gammachuu qabdaa jedhee gaafatu si hin jiru.

06/05/2026

Dhiirri qarshii hin qabnee fi dubartiin bareedina hin qabne addunyaa kana illusion malee argu.

02/05/2026

Seenaa jireenya keetii yoo barreessitu, gonkumaa namni biraa akka qalama qabatu hin godhin.

25/04/2026

Maatii galata sirraa qabu bakka guddaa geessee isaan gammachiisuu yoo dadhabdellee, namoota biraatiin of madaaltee "akkasitti na jiraachistan malee" jattee ba'aa humna isaaniitii olii isaan hin ba'achiisin !

....!

28/02/2026

Carraan tokko tokko lama hin deebi'u, haala bareedaan qabii itti fayyadami !

☕️🧉

10/02/2026
12/11/2024

Saayinsiin hin barreeyfamin tokko akki ja'u "Namni ati isa yaaduun jireenya kee guutuu dukkana halkanii ifitti fakkeessaa jirtuuf inni immoo jireenya isaa keessatti si yaadachuufuu yeroo hin qabu"

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Oromia Regin
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00