Milishaan harargee kun bar kan nama irraa dhalatte hin fakkattuu
Eman Abdi
Yeroo mara Of Ta'anii jiraachuun Filannoo Osoo hin taane Dirqama Seera Uumamaati
Osoo lolli hin eegalin rasaasa lafatti fixxe kunimmoo😏
17/06/2026
Yeroo kamuu jechan ittiin gadda kee ibsadhu na dhabsiisa.🙏💔
17/06/2026
rabbiin balaa kanarraa lubbuu namaa Oolchite alhamdulillah miidhaan qabeenyarra qaqqabeera kan ijoolleen keenya nuuf hafte yaa rabbi galata Kee
rakkoon daandii Kun yoomuma furama laata 😭😭😭
17/06/2026
hojjetamaa jira laata keessaa 😳🫵🙏
16/06/2026
Bareduu to
Sirraa adda bahee
Hin beeku takkuma
Ati hin beeytu malee
Ani bar sumaa❤️
Lubbuunkoo si malee
Abdii biraa hin qabdu
Anaa si malee
Hirkoo gaafa rakkoo
Hanii to 🤌❤️
Allahummassalli wossalim alaa nabiyyinaa muhammed 🤍
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa