Biftu Page

Biftu Page

Share

Page kanarratti Tajaajila Fayyaa, Yaala Qoricha Aadaa irratti Hojjanna.
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
This Page Is For Treatment Services Of Diseases By Traditional Medicine.

Those of you who join us One person to ten people 10 Share and give them to use! Thank you

08/06/2026

Ani akka kootti kana irraa mormii hin qabu.

Kuni jayyama Rabbiin gidhe ani dhoorguus hin danda'u.

Biftu Page Sher godhi warra mormu biraan gayi.









08/06/2026

Qoricha Ajaa'ibaa Caqasaa.

Biftu Page Sher godhaa.

Biftu Education Jion godhaa.




Photos from Biftu Page's post 08/06/2026

Nama sihiriin/falfala/digimtiin
Itti godhamteef
Dhukkuba sihiriin Rakkataa jirtu
Dawaa Bareeda kana godhadhaa

Dura irrattii
Muka maqaan isa Qurqura/sidirii jedhamu fuuta
Baala muka sanii firii 7 fuuta
Bishaan saana takkatti neyixaa baala 7 fuute sana dhagaa lamaan jidduuttii hurreesita
Sana booda saanatti neyixa bishaan saniin walitti makta

Qur'aan keessa irratti qaraata
Suuraa faatiyaa marra 7
Suuraa ikhlaas marra 3
Suuraa falaq marra 3
Suuraa naas marra 3

Eega irratti qaraate booda bishaan san irra garatti dhugda qaamaaniis dhiqatta boota qulqullutti
Akkasiin guyyaa 7 dhiqattan
Dawaa jabaadha itti fayyadamaa

Biftu Education Jion Godhaa!!

Biftu Page Follow,Shet,Like,Comante godhaa.

07/06/2026

Say Maashaa Allah.

Biftu Page Follow,Sher,Like Comante godhi.






Photos from Biftu Page's post 05/06/2026

Biftu Education 🌿

Fayyaan qabeenya guddaadha!
Qorichoonni aadaa hedduun mootummaa keenya keessatti yeroo dheeraaf tajaajilaa turan. Haa ta'u malee, qoricha kamiyyuu fayyadamuun dura ogeessa fayyaa yookaan nama beekumsa gahaa qabu mari'achuun barbaachisaadha.
✅ Nyaata madaalawaa nyaadhaa
✅ Bishaan gahaa dhugaa
✅ Sochii qaamaa taasisaa
✅ Naannoo qulqulluu eegaa
"Dhukkuba ittisuun, dhukkuba yaaluu caalaa wayya."
🌿 Biftu Page – Beekkumsa Fayyaa fi Jireenya Gaarii.

05/06/2026

Say Mashaa Allah.

Biftu Page Follow, Sher,Like..ik



05/06/2026

Seenaan kuni nagammachiifnaan isiniif qoode.

Mee ilaalaa Kabaja Ustaaz Raayyaa AbbaaMaccaa ummata isaatiif qabu.

Photos from Biftu Page's post 04/06/2026

Sababa isaatiin nama hedduu dhukkubarraa furmaata argate
Maqaan qoricha kanaa murrii ykn Qumbii jedhama

Qorichi murri jedhamu kun firii mukaa irraa kan baafamu yoo ta'u qoricha farra baakteeriyaa uumamaa faayidaa fayyaatiin badhaadhee kan qabuudha

Biyyoota garagaraatti dhukkuboota hedduudhaaf kan furmaata tahuudha
Mee faayidaa murii waliin haa ilaallu

?
👉Dhukkuba kalee
👉Dhukkuba infekshinii kalee
👉Dhukkuba qoonqoo
👉Dhukkuba rakkoo afaanii irraa dhufu
👉Dhukkuba ilkee
👉Dhukkuba qofaa
👉Dhukkuba hasmii
👉Dhiphina kokkeettif
👉Fayyaa afaan keenya eeguuf bareeda
👉Nama irgoon dhiigduuf dawaadha
👉Dhukkuba infekshinii garaachaa
👉Dhukkuba garaachaa
👉Rakkoo bullaa'iinsa nyaata
👉Rakkoo laguudha ni fura
👉Infekshinii ujumoo fincaanii
👉Sagalee qulqulleessuudhaafi dhangala'aa afaanii ittisa
👉infeekshinii madaa irraa ittisa
👉Infekshinii kokkee
👉Nama irrina dhiigaa qabuuf furmaata

Kana malees faayidaa hedduu qaama namaatiif qabaa irraa gabaabseetuman amma takka isin ibsee yeroo biraatiif qorannoo bal'aa goonee gadi fageenyaan walitti dachaana

Of eeggannoodhaaf
Dubartii ulfaa
Dubartii harma hoosiftu
Daa'ima waggaa 1O
Fayyadamu hin qabdu

Akkaata itti fayyadamaa
Daaku Murrii maankeya takka bishaan birciqqoo 1 dhugama
Guyyaatti takkuma fayyadama

Ammaaf karaa tokkoon fayyadama.

Biftu Page Follow,Like Sher.

Biftu Education Jion godhaa.






04/06/2026

Say Maashaa Allaah.

Fedhii Rabbiitiin Falfalli isinityi hin tahin.

Biftu Page Follow,Sher,Like gidhaa.
Biftu Education Jion godhaa.




04/06/2026




Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Finfinnee
Addis Ababa