Solomon Adimasu's page
Breaking News organizer
03/10/2025
Olma Photography filannoo Keessan Godhadhaa.
📷 Simoo Graphics
01/12/2024
Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.
07/09/2024
Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo gandoota Akkoo Jirruu, Iluu Kittaayeefi Unee keessatti sigiga lafaa guyyaa har’aa mudateen lubbuun shamarran 3 darbuun ibsameera. Bulchaan Aanaa Jimmaa Horroo Obbo Yooseef Taarikuu balaa sigiga lafaa mudateen namoota 150 irrattis miidhaan qaamaa cimaa qaqqabuufi manneen 10 guutummaan manca’uu ibsan.
26/08/2024
“Dhaloonni barate mirga isaa gaafata” jechuun kan beekaman Jeneraal Taaddasaa, Oromoon barnootatti akka jabaatuuf xurree saaqaniin dhaloota hedduu gara barnootaa akka dhufuuf ka’umsa akka ta’ antu himama.
Biyyi dhaloota isaanii Salaale garuu amma abjuu fi mul’ata isaan barnootaaf kaa’an kanarraa waan maqe fakkaata.
Salaaleetti manneen barnootaa 230 ta'an gubatan, barattoonni kuma 67 ol barnootaan ala ta’aniiru.
https://bbc.in/3T3DAzi
25/08/2024
Namoota qajeelfama aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegale
12/08/2024
Torban lama booda gaafa suuqii deemtu suuraadhaan!
12/08/2024
Beeksisa kanaa gadii dorgomaa!
[ New ] Ethiotelecom Job Vacancy Aug 5 2024
https://carraadesk.com/job-by-ethiotelecom-aug-5-2024/
[ New ] Job by Awash Insurance Share Company Aug 4 2024
https://carraadesk.com/job-by-awash-insurance-share-company-aug-4-2024/
[ Fresh Graduates ] Job by Nib International Bank Aug 4 2024
በ0 አመት National Bank of Ethiopia የኢትዮጵያ ብሄራዊ ባንክ አዲስ የስራ ማስታወቂያ - Internship
https://carraadesk.com/system-testing-internship/
New ] Job by Meftihe Microfinance Aug 5 2024
https://carraadesk.com/job-by-meftihe-microfinance-aug-5-2024/
[ New] Job by Berhan Insurance Aug 5 2024
https://carraadesk.com/job-by-berhan-insurance-aug-5-2024/
[ New ] Job by Siinqee Bank Aug 5 2024
https://ethiojobszone.com/job-by-siinqee-bank-aug-5-2024/
[ New ] Job by The United Insurance Aug 5 2024
https://carraadesk.com/job-by-the-united-insurance-aug-5-2024/
[ New ] Jobs by ZamZam Bank
https://carraadesk.com/principal-capital-increment-and-share-administration/
Ministry of Labor and Skills የውጭ ሃገር የሥራ ስምሪት
https://carraadesk.com/job-opportunities-by-ministry-of-labor-and-skills/
[ New ] Job by EthSwitch
https://carraadesk.com/accountant-ii-at-ethswitch/
[ New ] Job by Ethiopian Airlines Aug7 2024
https://carraadesk.com/job-by-ethiopian-airlines-aug7-2024/
[ New ] Job by Zemen Bank Aug 7 2024
https://carraadesk.com/customer-service-officer-i-at-zemen-bank/
[ Fresh Graduates ] Safaricom Vacancy Fresh Graduates Aug 7 2024
https://carraadesk.com/safaricom-vacancy-fresh-graduates-aug-7-2024/
[ New ] Jobs by Dashen Bank Aug 7 2024
https://carraadesk.com/jobs-by-dashen-bank-aug-7-2024/
[ New ] Job by Tseday Bank Aug 7 2024
https://carraadesk.com/job-by-tseday-bank-aug-7-2024/
[ New ] Job by Enat Bank Aug 8 2024
https://carraadesk.com/job-by-enat-bank-aug-8-2024/
[ New ] Jobs by Ahadu Bank Aug 8 2024
https://carraadesk.com/jobs-by-ahadu-bank-aug-8-2024/
Job by Ethiotelecom Aug 5 2024 - Carraadesk.com Job by Ethiotelecom Aug 5 2024
10/08/2024
Taammirat Tola በማራቶን 1 በመውጣት
ወርቅ አስገኝቷል።
እንኳን ደስ አለን ።
Taammiraat Tolaa 1ffaa .
Baga gammanne!
Yes
Km 40 darbiteetti gurbaan
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Address
Shelter, Burayu
Addis Ababa