17/05/2026
BAGA RABBI SI JAARE JAALA KOO
Saahiba gaafa bal'oof
Hiryaa gaafa rakkinaa
Baga bultii jaarrattee
Garte jiruu ballinaa
Aniyyuu amala kee
Ilaalee sitti dhufee
Dinii kana jabeessuuf
Si woliin itti fufee.
Amalaaf haala badaa
Osoon hin argin sirraa
Saahiba koo hanga ammaa
Kunooti wajjumaan jirraa
Dacheen biyya lafaa kun
Nama akkanaa faa Qabdii
Baga rabbii si jaare
Ustaaz Ramadaan Abdi
10/05/2026
Obbeleessa Koo, Obbeleettii Too
1. Hin yaadin akka malee
2. Hin aarin obsi malee
3. Hin abaarin gorsi malee
4. Hin boo'in kolfi malee
5. Hin jariarin hubadhu malee
6. Hin iaallattin gorattu malee
7. Hin amanin jaaladhu malee
8. Hin iibbin sababaa malee
9. Hin barreessin beektu malee
10. Hin odeessin argitu malee
11. Hin sodaatiin dubbadhu malee
12. Hin sobin dhugaa malee
13. Hin taa'in hoiiedhu malee
14. Hin dhabin argadhu malee
15. Hin dhabin argadhu malee
Barreeffamni kun natti toleen isiniif qoode.
✍️ by Abdujebar Aliyin
04/05/2026
Waan Qalbii Si Cabsu
Rabbiin Sirraa Haa Qabu
03/05/2026
adduun mataa'in wa keyri mata'in al maratu saaliha
duniya meshaa qananiti iraa garin meshaa duniya
jaarti gaariidha
30/04/2026
Jawar Mohammed
Ani biyya ormaa hin jiru doolaara qabaadhee keekii siif hojjachiisuu hin danda'u .
Ani biyya arbaa keessa jiraadhee riyaala sharafee keekii siif hojjachiisuuf humna hin qabu .
Ani oromiyaa keessan jira . Yoom na ajjeesu jedheen siqiqiin jiraadha . Waan hundaafuu obboleessa koo sa'aatii muraasa keessatti hangana argachuu keetiin baay'een gammade .
Saniif barruu gabaabduu kanaan gammachuu koo ibsachuuf jecha barreesse .
Facebook kiyya kan duraan ati beektu erga gubayee turee jira kanaaf ati biyya jechaa turre
Umrii nuuf dheeradhu .
Kaamettii Sulxaan
Aliyaa Jamaal
Arsii Muuneessaa
Marsii Mo'ii
Mâřŷâām Ĥāmḍâă
Walabu F Press
Cullullee Intalaa Jal Nadhii
Gumaa Saqqataa Gem
Camila Ahmad
Abbaa Seenaa Mijuu
Hamdiyaa Oromtittii Arsii
Temam Genemo
Yasimina Maha
Zeynab Gebre
Giiftii Jaalalaa
Gemedi Jewaro
Anole Global Media