20/05/2022
Godina H/ lixaa Aanaa Doobbaa mana barnoota Mana Barumsa Bakkalchatti xumura qormaata g/galeessatti barattoota waliin qabxiilee armaan gadii irratti marii taasisee jira.
1.Sirna badhaasan barattoota jajjabeessu
2.Mirgaa fi Dirqama barataa hubachisuu
3.Hojiirra oolmaa gumiilee
4.Akkaata barachuu barattootaaf deegarsi godhamuu qabu
5.Akkaata qabiyyeen barnoota kutaa 8ffaa itti xumuramuu qabu fi
6.Duub deebii qormaata g/galeessaa sem 2ffaa fikkf
17/05/2022
29/03/2022