Oroomiyaa biyyaakoo

Oroomiyaa biyyaakoo

Share

Jiraachuuf jennee waa baayyee obsinee.

26/11/2023
03/11/2023

Qabxiin darbiinsaa sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial Program) Ifoomeera.

Haaluma kanaan

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Uumamaa

Dhiira=255

Dhalaa=234

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Hawaasaa

Dhiira=218

Dhalaa=200

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=224

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=192

Dhalaa=180

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=210

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=180

Dhalaa=180

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Qaro Dhabeeyyii

Dhiira=150

Dhalaa=150

👇👇👇👇👇👇👇👇bal'inaa isaattif GroupTsagaye information jedhu like gochuun argachuu dandeesu.

14/04/2021

Oromoonni hundi kabaja yaadannoo gotootta oromoo Ebila 15 baga nagaan geessan.

10/04/2021

Walitti bu'insaa guyyaa haraa RIP fi Waraana adda bilisumaa gidduutti godhaameen RIP hedduun midhaamuun hospitaala Naqamtee seenaani yaalama jirachuu gabaafama jira. Namoota yaalaf seenan keessa lubbuun Rip lamaa darbuu yeroo amma dhaga.amaa jira.

Want your school to be the top-listed School/college in London?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


London