Abdu HD show

Abdu HD show

Share

Welcome to Abdu hd show – Sharing smart mobile tips, app guides, and tech hacks to make your phone life easier!

21/06/2026

Passwordiin kee yoo haala kanaan si agarsiise dafii sirreeffadhu. Warri isiniif dalaguu dides kunooti

21/06/2026

Mee Waayee Passwordii kuusuu kanarratti wanni isiniif hin galinii fi warri isinii dalaguu dide yoo jiraate Comment jala yaada keessan naaf kaaya galatooma🙏

19/06/2026

Passwordii dagadhe hin jettu kana booda. haala kanaan fayyadami

16/06/2026

Harkaan Tap tap godhuun hafee jira😙

15/06/2026

Share
Facebooka irraa Galii argatuuf Afrikaa keessaa Biyyoota 11, Biyyoota Arabaa keessaa Biyya 4 kanniin keessa yoo jiraatte qofa. Akkasuma Gaafiilee Nama 4 deebisaan kuno. Ethipian hoo Biyyoota kanniin keessa ni jirti ? Kunooti Abdijabar Mohamed Kunooti?

14/06/2026

Wancaa Addunyaa karaa kanaan hordofaa Live Scores Bilbilaa fi Warri Kompitaraas. Yeroo taphaa Saa'atii Biyya keennaa waliin akkaataa itti beeytaniin kunoo

14/06/2026

Warra Saud Arabia🇸🇦 USA🇱🇷 UAE 🇦🇪 Ethipia🇪🇹 UK 🇬🇧 🇨🇦 🇩🇪 fi Addunyaa guutuu irraayyuu Hundii keessanuu Galatooma. kuni k**a Facebook kaaye jechuufin maqaa waame malee Biyya hundarraayyuu warri Na hordofton galatooma🫶🥰

13/06/2026

Facebook Monetiz karaa kanaan itti banattanii Eegalchiistan. odoo Account Baankii itti hin guutin dura

09/06/2026

Facebooka Verified ✅ (️ Raayitii cuquliisa) Tolaa ( ka bilaash )? Ethipia hoo?

08/06/2026

Biyya Hundattuu ni dalaga warri isin dide kunoo Ethipia keessattis

Want your school to be the top-listed School/college in Nairobi?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Nairobi