Firoomsaa

Firoomsaa

Share

Osoo Bilisummaa Dhebonee jachaa jiruu

16/06/2026

Nii Dhugoomta Bar Tokko
Abjuu Qofaan Hin Haftu♥️🌳🌳♥️

29/05/2026

With Dhaamsa Jaalala – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

26/05/2026

Eid Mubarak☪️🌹✅️ Hundi ✨️ keessan Baga geenye baga geessan warra Waggaa guutuu deebi,u nu haa godhuu 🤲🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🙏
🙏🌟

18/05/2026

Wal jaallachuu jechuun waliif waan guddaa ta’uu osoo hin taane waliif boqonnaa ta’uu dha.❣️❤️





14/05/2026

Tarree hirmaannaa torbanii kan Fiiroo Page irran jira.

13/05/2026

Haqni Afaan Qabnaan Funyaaniin Dubbata!
***********************************
.

Rakkoo yerootiif jennee
Kaayyoo keenya hin jijjiirre
Alagaa wajjiin duullee
Ummata saamaa hin turre
Heera alagaan tumteen
Hawaasati yakka hin murre
Dhiiga ummataas dhiinnee
Biyyees waa irratti hin guurre!
Art.Adam_Harun
______________________________
Rabbi rahmata siif haa godhu🤲

18/09/2025


18/07/2025

Hiribaa duraa hojii duraa
👇
𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢♥️🖤🤍🎤✍️❣️ﷺ❣️
🙏 𝐄rgamaa 𝐑abbii 𝐈rratti 𝐒alawaata 𝐁uusaa ۩ﷺ۩❣️

Want your school to be the top-listed School/college in Mukalla?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Finfinee
Mukalla
WABO